Miss Oromia 2025

Yeroo wayii yoon dagachuu baadhe guyyaa sanbata xiqqaa ta’ee dilbata waaree booda karaa tv sagantaa Bareedduu Oromiyaa wayii ni darba ture. Namoonni gurguddoon sagantaa sana ilaalan “bareeda shamarran sanaa miilaa haga rifeensaatu ilaalama, dheerina morma ishee, bareedaaf wal qixxeenya, addeenya ilkaan ishee, seeqa ishee, ija gurguddina ishee, deemsa ishee, qeensa harkaaf miila ishee, quba dheedheerachuu…

Read More
Back To Top