Is Daily Showering Beneficial or Harmful?

Is Daily Showering Beneficial or Harmful? Daily body wash understands the health of our skin!  How’s it going?

1) Our body naturally removes oil and makes it dry.  If our body is dry, we can crack:
– Infectious bacteria can enter the hole and cause infection
– Allergens can enter the hole and cause allergies.

2) If the soap we use every day contains antibacterials, it will kill the bacteria that live naturally on our skin (which are not infectious themselves) and replace them with bad bacteria that are infectious!
3) It can prevent our body from developing immunity to foreign substances. 

This is because daily bathing reduces the chances that our body will interact with the environment and develop new reactions to what it has seen.
Some people, however, may want to exfoliate daily for the following reasons:
1) Bad skin that needs to be washed to get rid of.
2) Those who want to take a bath to go to work feeling good when they wake up.

In general, it is important to know that daily bathing is not beneficial for our body’s health and can damage our skin.  So washing 2-3 days a week is enough.  If the working conditions are difficult and there are special problems, wash for 4 days.  These 4 days should be washed with soap for 2 days and water only for the remaining days.  We only need to wash 2-3 days a week to keep our skin healthy!

Thank you!  Lose your health!  Stay healthy!

Guyyaa Guyyaan Qaama Dhiqachuun (Daily Showering) Faayidaa Moo Miidhaa Qaba?

Guyyaa guyyaan qaama dhiqachuun fayyaa gogaa keenyaa ni huba! Akkamitti?

1) Qaamni keenya uumamaan dibata ofirraa qabu balleessuudhaan akka gogu taasisa. Qaamni keenya yoo gogu ammoo qaawa xixiqqoo (crack) baasuudhaan:

↪️ Baakteeriyaan dhukkuba nama qabsiisan qaawa sanaan seenanii akka infection uumaniifii

Waantoonni alarjii namatti fidan/kaasan qaawa sanaan seenanii alarjiif akka nama saaxilan taasisa.
2) Saamunaan nuti guyyaa guyyaan fayyadamnee qaama dhiqannu kan farra bakateeriyaa of keessaa qabu yoo ta’e ammoo baakteeriyoota uumamaan gogaa keenya irra jiraatan (kan ofii isaanii dhukkuba nama hin qabsiifne) dhabamsiisuun, baakteeriyoota hamoo dhukkuba nama qabsiisaniin akka bakka bu’an taasisa!

3) Qaamni keenya maadiinummaa (immunity) waantoota alagaa ta’aniif akka hin horanne taasisuu danda’a. Kunis guyyaa guyyaan qaama dhiqachuun carraa qaamni keenya waantoota naannoo jiraniin wal-argee, maadinummaa haaraa waan arge kana irratti horachuu isaa waan gadi buusuufi.

Namoonni tokko tokko garuu guyyaa guyyaan qaama isaanii dhiqachuuf sababoota armaan gadiif barbaaduu danda’u:
1) Foolii qaamaa badaa kanneen ofirraa hambisuuf dhiqachuu barbaadan.
2) Hirriba irraa yoo dammaqan miiraa gaariin gara hojii deemuuf warreen dhiqachuu barbaadan.

Walumaa galatti, guyyaa guyyaan qaama dhiqachuun fayyummaa qaama keenyaaf faayidaa kan hin qabneefii gogaa keenya ammoo kan hubuu ta’uu beekuun barnaachisaadha. Kanaaf torbeetti guyyaa 2-3 dhiqachuun gahaadha. Haalli hojii ulfaatafii rakkoon addaa yoo jiraate ammoo guyyaa 4 dhiqachuudha. Guyyaan 4 kun ammoo guyyaa 2 saamunaan guyyoota hafan ammoo bishaan qofaan dhiqachuun barbaachisaadha. Fayyaa gogaa keenyaa eeguf torbeetti guyyaa 2-3 qofa dhiqachuu qabna!
Ulfaadhaa! Fayyaan dhabinaa! Fayyaa dahaa!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back To Top