True love
“Yeroon hin qabne ishee na hin dhiisne, yeroon qabutti ishee hin dhiisu!” Bereket Bekele ( Kim Bifida ) jedhama. Sababa miidhaan lafee dugdaa(የአከርካሪ አጥንት) ijoollummaa isaa irra gaheen, walitti fufiinsaan yeroo hunda Daayiipperii fayyadamus, qormaanni uumamaa kun milkaa’ina guddaa fi jaalala dhugaa akka hin arganne isa hin gufachiifne. Dhiheenya kana Muummee Narsiitiin Digirii isaa jalqabaa…