Why is the thumb worn on the 4th finger of the left hand?
KANA BEEKTUU LAATAA?Qubeellaan maaliif harka bitaa quba 4ffaa irratti godhatamaa? Akkuma beektan namoonni walitti dhufeenyi jaalalaa gidduu isaanii jiru waadaa waliif galuudhaaf jaalala isaaanii sana cimsuudhaaf mallattoodhaaf akka ta’uuf jecha wanuma humni isaanii danda’een gosa qubeellaa tokko bitanii walitti kaa’atu. Keessattuu gaafa cidhaa misirroo lamaan waadaa baay’ee erga waliif galanii booda qubeellaa babbareedduu qopheeffatan sana…