You Want to Succeed

Milkaa’uu Barbaadda TaanaanQabxiilee Armaan Gadii Dubbisi Milkaa’uun hawwii namoota hedduu ti. Garuu, milkaa’inni carraa qofaan hin dhufu; hojii cimaa, murannoo, fi of-qopheessuu barbaada. Namni milkaa’uu barbaadu jalqaba of sirnaan beeku qaba, kaayyoo isaa ifatti kaa’uu qaba, akkasumas tarkaanfii itti fufinsaan fudhachuu qaba. Qabxiileen armaan gadii karaa milkaa’inaatti si qajeelchan. Saayintistoonni fi yaad-doonni beekamoon hedduun dhimma…

Read More

Respect for women it’s true

Dubartootaaf kabajaa guddaan qaba garuu, altokko tokko mammaaksi Oromoo, “Dubartiin dheertuu malee beektuu hinqabdu!” jedhu na amansiisa.‎‎ Waa maleen kana jedha, aliimmoo kabajaa dubartootaa gadi buusuufin mammaaksa kana fayyadamaa jira miti. Garuu, waan tokko ajandaa gochuuf, yookiimmoo waa argachuuf jedhanii murtii shamarran keenya fudhataniifi, karaan isaan ittiin of hubachiisuu barbaadan, aarii keessa isaaniis ta’ee gammachuu…

Read More
Back To Top