The Staff of the Sea

🇪🇹What God Said Is Happening.

“Ethiopia will have many ships because it will get a seaport, although I don’t know how many ships there are now. When the vision comes true, we will have many ships. Neighboring countries will open their seaports because of grain. 
✔️Africa goes through one visa.

✔️May the seas and lakes of our country that are now silent be enriched with development
✔️These whites have fun camping on the shores of our lake.
✔️Ethnic divisions will remain.
✔️This fingerprint will be beautifully rebuilt.
✔️White and black come to visit.

✔️God will open the minds of kings and our country will be covered with forest
✔️There will be major problems and the rise of Ethiopia will accelerate.
✔️Our citizens abroad rush to Ethiopia.
✔️The Egyptians will be weary, the Nile will conquer itself without a fight.

✔️Our country will be like Japan today but you will not see it, God told me.

Ulaa Galaanaa

🇪🇹Wanti Waaqayyo Dubbate Raawwatamaa jira.

“Itoophiyaan ulaa galaanaa waan argattuuf doonii hedduu ni qabaatti, amma doonii meeqa akka jiru yoon hin beekneyyuu yeroo mul’atichi raawwatu doonii hedduu ni qabaanna. Biyyoonni ollaa ulaa galaanaa isaanii kan banan sababa midhaaniif  ta’a.” 
✔️Afirikaan viisaa tokkoon wal keessa deemti.

✔️Galaanonnii fi Haroowwan biyya keenyaa amma callisanii taa’an  misoomaan badhaadhu
✔️Warri adii kun immoo haroo keenya qarqaratti sharaa buufatanii bashannanu.
✔️Wal qoqqooddaan qomoo ni hafa.
✔️Finfinneen kun bifa haaraan bareeddee ijaaramti.
✔️Adii fi gurraachi daawwachuu dhufu.

✔️Waaqayyoo sammuu moototaa banee biyyi keenya bosonaan uffifamti .
✔️Rakkoon gurguddaan ni ta’a kanuma keessaa olka’insi Itiyoophiyaa ni saffisa.
✔️Warri biyya alaa lammiin keenya ariifatanii gara Itiyoophiyaatti dacha’u.
✔️Warri gibxii ni dadhabu, lagni  abbayyaa lola tokko malee ofii mo’ata.

✔️Biyyi keenya  akka jaappaan har’aa taati ati garuu hin argitu naan jedhe waaqayyoo jedhan.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back To Top