YAADDOO INJIFACHUU

YAADDOO INJIFACHUU Jalqabumasaayyuu, Yaaddoon, shakkiin, sodaan, abdii kutannaan diinota suuta suutaan fayyaa sammuu keenyaa nyaatan waan ta’aaniif irraa of qusachuun waan barbaachisaa utuu hin taane waan baayyee barbaachisaadha. Yeroo baay’ee dadhabbiin keenya hojiidhaan osoo hin taane yaaddoo, mufannaa fi aariidhaan kan dhufudha. Jireenyi gammachuu, gammachiisaa fi gammachiisaa kan ta’u yeroo yaaddoo irraa bilisa of baastudha….

Read More

Jiru Ilmaa Nama hammeenya Biyya Lafaa

Edaa intalli Raajan Waggaarii’tti daa’ima gattee badde ishee kanaa? Haasaa Raajan Waaq-gaarii miidiyaa #Maree_corner irratti taasise dura intala Habtamu Lamu (Maqaashee hinbeeku) bakka hojiishee deemee jajjabeessee, achumaan immoo gaaffiif deebii xinnoo wajjin godhe kana dhaggeeffadheen ture. Sanumarraa ka’uudhaan haasaa isheen taasifte keessaa waa’ee bakkatti yaadakoo hatee isiniif qooduu barbaadeen ture. Garuu, nandhiise. Har’a garuu, waan…

Read More

Online irraa hojjatte qarshii argachuu barbaadda?

Bareeffaama asi gaddii jalaa iddoo Install jedhu xuquu buufadha akkataan hojii isaa yoo si rakkisee keessan nu dubbisii Abbaa Manaa Abshaala Addunyaa kanarraa waan maallaqni hin goone muraasatu jira. Garuu, warreen muraasni sun wantoota namoonni tasumaa dhabuu hin qabneedha. Shamarreen taate tokko afaaniin hin dubbatattu yoo ta’ellee, yeroo kamittuu kanisheen filattu nama maallaqa qabudha natti…

Read More
Back To Top