Kondomiin sun kan maaliiti?
“Kondomiin sun kan maaliiti?”“Haadha manaa koon si barsiisa!” jedheenii, hiriyaasaa baay’ee jaalatu kan dhiyeenya biyya alaatii dhufe fudhatee mana isaatti gala -Daawwit. Diyaaspoorichi baay’ee bareeda. Haadha manaa gurbaa wajjin qalbiin walitti cabe. Guyyoota biraas irra deddeebi’ee mana isaatti fudhatee gala. Hiriyaasaa baay’ee jaalatuudha waan ta’eef, haadha manaa koo wajjin ‘baalagatu’ jedhee takkaa shakkee hinbeeku. Hiriyaansaa…