Seenaa jaalala Saraa fi Yooseef
Saraa fi Yooseef(Jossy) waggaa 5n ol wal jaallatan utuu kanaan jiranii bara darbee Boontuun karaa keessaa jossy dhaf barreessitee bilbila kee naaf ergi sin jaalladhe jennaan ergeef yeroo sana Boontuun ni dhugdi, ni xuuxxii, ni qaamti haa tahuu garuu jossyn itti dabbaramuuf jedhe bilbila ergeef haaluma kanaan innii dirre dawwaa yuunivarsiiti waan baratuuf guyyaa tokko ishee arguuf jedhee gara finfinnee dhufee guyyaa tokko Boontu kanaa wajjin bule ergasii kahaanii inuma haasa’uu yeroo Irreecha darbee guyyaa shaniif Boontuun bakkee irraa dhiira wajjin waan bulaa turteef wal lolaa wal arrabsaa ittuma dabbaramuu isaa itti fufe erga irreechi darbee isheen looterii bakkee irraa deemte kutuu eegalte achi booda looterii bakkee irratti hojjettu kana gara tiktokitti fiddee erga achin eegaltee birri sirritti hojjetti turte birri argattu kanaas jossy’f ergiti.
Mana isaa keessatti firaashii akkuma kanaa waan isa barbaachisu bitaa mana kiraayii isaaf kaffalti amma kana saaroo akka haadha manaa isatti waliin jiraata utuuma haalli kun itti fufee jiru eebbi isaa gaafa dhi’aatu Boontuun Iphone bittee jossyf laatte ammayyu jaalala saaroo wajjin qaban akkuma ho’ee jirutti itti fufe isaan booda eebbii Jossy gaafa gahuu akkas jetteen
Boontun Gaafa eebba keeti Maatii keeti fi firoota kee fulduratti jilpheenfattee qubeelaa naaf gochuu qabda jetten yeroo kana jijjiramuu gaafa barbaadu gaasi itti baaste herregdee qarshii 100k ol akka ta’ee fi resiiti isaa akka of harka qabdu isa kanaa immoo akka deebisuuf qabu itti himte isayyuu jetteen yoo qarshii kana naaf laatte pestaalii kee funaanu hin dhiiftu jennan beqqaan maallaqaaa sanas lafa fidee kaffaluuf dhabee eebba raawatanii akka qubeela gochuf qabu itti hime ammayyuu saaroo wajjin jiraachuu itti fufe jira haa tahuu garuu walda inni keessaa
Waaqeffatu Waldaa labsituu dhiiga hoolicha jedhu sanatti Raajiibkan ta’ee jossy waame ” ani boontu hin beeku saaraa jaallachaa jiraachuu keen beeka amma dafii isaan keessa nama jaallachuu qabdu natti himi hin tahuu taanan iddoo aarsaarra dhaabbachuu hin qabdu” gaafa jedhuun achumaa taa’ee saaraa kanaaf bilbilee sin barbaadu jedheen sababni isa birri Boontuun irratti baaste deebisuu waan hin dandeenyeef maallaqaaf jedhe saaroo dhiise akka saaraan jetteetti ani suura kana baasu hin barbaanne dheengadda garuu bilbilee na jeeqe ammate ani kaasu dinnaan obboleetti koo irratti bilbilee maalif saaraan narraa hin kaastuu? ani Boontutti hin hafuu jedheen dhugaan jiru kanaadha.
Saari Boojjii Mucaan kun baay’ee miidhamtudha dhugaa dubbachuudhaafi information ati argattee gad dhiiste kun hundumti isaa dhugaadha haa ta’u malee miidhama hedduu hammana hin jedhamne qabdi nama itti dubbattuuf
namatti himattu waan hin qabneef zim jettee dhiiste malee wanta dhugaa dubbachuudhaafi haa ta’uu

Joosin saaraa waliin akka haadha manaatti
waggaa 5 ol kan ta’uu akka haadha manaaf abbaa manaatti walii wajjiin jiraachaa turan saaraan joosii baay’ee garggaartte waan baay’eettis oolmaa oolteefii qabdi haa ta’u malee irraan booniin dhufte akka itti aanu maxxansiteetta inni waan dhugaadha
↪️ Kanaraan kan ka’ee Josiin booni waliin finffinne yeroo demuu akka hadha manatti dire yeroo jiru saraa ealin akka haadha manaatti uttu kanaan jirani boniin hijji isheetti cimtee qarshii gaafa Argatuu qarshii erguufiti katte yeroo isheen qarshii hin qabnee block godha ture erga isheen qarshii erguufitti kaatee siki iraa kaassuutti ka’e.
Uttuma kanaan jiranii iPhone bitteef akkasuma suufi eeba 2 camaa waliin bitteef 2 Walluma gala ergaa qarshii heddu itti baste booda kana hunduma irra fudhaate booni block godhe. Bonii Hirriyya joosyif bilbilte silki sarii irra fudhatte stor telegram irra jiru yoo ilaaltu joosy qofadha. Duraa obboletti sari jedhamuun qaba jedhee booni goyyomsa ture.
Kana boda ykn ofin Ajjessa ykn akka inni block nala na bassu itti nf himi jette. Kana booda block jala baasse achiin booda. Yoo atti Abba warra naaf hin taatu ta’ee carraan lubbun jiraachuka dhiphaadha waan jettef josyn bayyee sodatte. Achiin Ebbake irratti qalabatti naaf gochuu qabda kan jedhuu yaada kennuteef innis waan godhu waan hin qabneef tole jedhe.
Hanga amma kanatti sariin homaa tokko hin bektu. Wacii Ebba Amas qarshii Dabalata ergiteefi waldaa labsituu dhiiga holichaa dure jirtuutti ser mony qophessiteef Abili fi suura hojjechistee Hirriyyoota ishee waliin fidee dhuftee sariinis inuma jirtii.
Hanga kana sarii waliin haasa’a jira. Hanga kana josyin booni jaalatte osso hin taanne qarshii heddu kuma 200 fi isaa ol kan ta’uu itti bastee waan jirtuuf falla hin qabu ture. Eebbisa Sanbata xiqaa ture yeroo boniin diree dhuftee jirtu lamaanu ini hasofsiisa ture. Achiin Rakkon kun waan cimeef Rajjin Walda sana josy waamuudhaan saraa jaalattamoo booni jaallatta jedheen.
Yeroo sana boniin josy waliin jirti waan ta’eefi Achumaa ta’ee bilibilee Essa haadha keetan si bekka sharmxaa jechuun sara hamille cabsee isheenis yeroo sana misseegi halkan josy waliin has’aa bulan screen shot gochuun boonif ergite.
Boniin yoo barbaade amayyu dhaqii wajjin jiraadhu anis waan bayyen dabarsee dhufee waan ta’eefi kun nan ajaa’ibuu jetten. Dubiin boonin josyn jette Atii Wann barbaade yoo gotte iyyu siin gaafadhuu garuu Abba warra booni jedhamtee akka wamamtu qofaan barbaada jette. Kun dubii haqa soba tokko of keessa hin qabnee dha.
Achumaan maati isaa pleni ticket kutte fuutte galte torbee 3 booda biyya galle deebi’ee qalabatti akka godhuuf waada sennef. Qarshii sirni qubeelaaf kan maluu hunda itti ergitte diree dhuftee qalabatti godhatte Achumaan fudhaate galtee.
Yeroo darbee
Akkas turee yeroo darbee Tv moo’aa irratti interview godhee ture achii keessatti waan heddu sobee barumsa ga’ilaa church nu barsiisee kan jedhuu churchuun isa barsiiste hin jirtuu pasterin isaan barsiises hin jiru.
Achiin booda yeroo isheen Ariidha jechoota tokko tokko barreesitu sin Ajjessa jedhee itti dhaadhata dorsiisa turee.
Ergaa qubeela gidhatte mataasa anii boniitti hin hafuu sin fuudha namattu keessa na buusa jedhee bilbila fi turee kin beekamadha. Amas akka bilbilaaf jiru mucaan in dubatti