Life is like a cycle

Biyyi lafaa…!Yeroo baay’ee jireenyi kun madaallii ishee eeggachuu diddi. Waan har’a qabnu qananiinee akka itti hin gammanneef, yaaddoo borii, soda waan dhufuuf jiruun nu mudditi. Abdiis nama kutachiifti; waanuma amma qabannu nutti fakkeessitee, akkuma tasaa harka keenyaa baatee, deebitee qullaa nu hambisuuf ariifatti. Nuti immoo ‘bor nan guuttadha, bor nan boqodha’ jennee osoo of sossobnuu,…

Read More

Kondomiin sun kan maaliiti?

‎“Kondomiin sun kan maaliiti?”‎‎“Haadha manaa koon si barsiisa!” jedheenii, hiriyaasaa baay’ee jaalatu kan dhiyeenya biyya alaatii dhufe fudhatee mana isaatti gala -Daawwit. Diyaaspoorichi baay’ee bareeda. Haadha manaa gurbaa wajjin qalbiin walitti cabe. Guyyoota biraas irra deddeebi’ee mana isaatti fudhatee gala. Hiriyaasaa baay’ee jaalatuudha waan ta’eef, haadha manaa koo wajjin ‘baalagatu’ jedhee takkaa shakkee hinbeeku. Hiriyaansaa…

Read More
Back To Top