You Want to Succeed

Milkaa’uu Barbaadda TaanaanQabxiilee Armaan Gadii Dubbisi Milkaa’uun hawwii namoota hedduu ti. Garuu, milkaa’inni carraa qofaan hin dhufu; hojii cimaa, murannoo, fi of-qopheessuu barbaada. Namni milkaa’uu barbaadu jalqaba of sirnaan beeku qaba, kaayyoo isaa ifatti kaa’uu qaba, akkasumas tarkaanfii itti fufinsaan fudhachuu qaba. Qabxiileen armaan gadii karaa milkaa’inaatti si qajeelchan. Saayintistoonni fi yaad-doonni beekamoon hedduun dhimma…

Read More

Respect for women it’s true

Dubartootaaf kabajaa guddaan qaba garuu, altokko tokko mammaaksi Oromoo, “Dubartiin dheertuu malee beektuu hinqabdu!” jedhu na amansiisa.‎‎ Waa maleen kana jedha, aliimmoo kabajaa dubartootaa gadi buusuufin mammaaksa kana fayyadamaa jira miti. Garuu, waan tokko ajandaa gochuuf, yookiimmoo waa argachuuf jedhanii murtii shamarran keenya fudhataniifi, karaan isaan ittiin of hubachiisuu barbaadan, aarii keessa isaaniis ta’ee gammachuu…

Read More

Love at the right time True love

You were in and I was in a hurry ●There was a couple who loved each other very much. They made an appointment to meet. She rushed to their appointment ground, their hearts bursting like goats finding a mother’s silk, wondering when He would reach her/her eyes. They were both looking forward to this day…

Read More

Understanding in Marriage

Understanding in Marriage Yaada dhuunfaakoo Namni tokko gaafa wal fuudhuu durduuba isaarraa seenaa gara garaa qabaachuu mala, namoota amma wal fuudhanii jiran keessaa 80%++ ol kan fuudhan ykn kan itti heeruman hiriyyaa jalqabaa kaasanii wal jallatan miti, jireenyi carraa miti kennaadha, atumti inni hin fuudhiin jirtu kun iyyuu yoo xiqqaate hanga ammaa dubara 3 hanga…

Read More

Why is the thumb worn on the 4th finger of the left hand?

KANA BEEKTUU LAATAA?Qubeellaan maaliif harka bitaa quba 4ffaa irratti godhatamaa? Akkuma beektan namoonni walitti dhufeenyi jaalalaa gidduu isaanii jiru waadaa waliif galuudhaaf jaalala isaaanii sana cimsuudhaaf mallattoodhaaf akka ta’uuf jecha wanuma humni isaanii danda’een gosa qubeellaa tokko bitanii walitti kaa’atu. Keessattuu gaafa cidhaa misirroo lamaan waadaa baay’ee erga waliif galanii booda qubeellaa babbareedduu qopheeffatan sana…

Read More

Use security cameras

Use security cameras Of Eeggannoo cimaa godhaa!!Biyya Alaa yeroo deemtan namoonni biyya keessa jiran fira kiyyaaf meeshaa Xiqqoo naaf geessi jedhanii yeroo meeshaa isinitti kennanu callistanii Ergaa nama irraa fuuchuu hin qabdanu! Sababni isaa Wanti namni sun isinitti kennu gara du’aatti isin geessuu danda’a!. Taatee Naazarawit abarraa mudate kana irraa barachuun ni danda’ama! Hiriyaan ishee…

Read More

True love

“Yeroon hin qabne ishee na hin dhiisne, yeroon qabutti ishee hin dhiisu!” Bereket Bekele ( Kim Bifida ) jedhama. Sababa miidhaan lafee dugdaa(የአከርካሪ አጥንት) ijoollummaa isaa irra gaheen, walitti fufiinsaan yeroo hunda Daayiipperii fayyadamus, qormaanni uumamaa kun milkaa’ina guddaa fi jaalala dhugaa akka hin arganne isa hin gufachiifne. Dhiheenya kana Muummee Narsiitiin Digirii isaa jalqabaa…

Read More

Girls spice up life

Walitti bu’iinsa Shamarran Biyya keessaa fi Biyya Alaa gidduutti uumameef maaltu sababa ta’e Ejjannoo “sagaleen lolaa dubartoota keenya gidduu haa dhaabbatu” jedhu komiteen. Komiteen kun immoo qaama bilisaati. Qaamni bilisaa kun warra heerumee hiike keessaa filamanii waltajjii jaraa ta’an Wal-dhibdeen dubartoota biyya Arabaa jiranii fi barumsaaf jecha biyyatti hafan akkuma itti fufetti jira. Warri biyya…

Read More
Back To Top