Everyone aspires to something in life

Everyone aspires to something in life If you don’t want what you want as much as you need oxygen, you won’t get it! Everyone aspires to something in life. Someone desires business prosperity, someone else wants happiness, someone else wants success, and someone else wants love, peace or other benefits. But, not everything is easily…

Read More

Do what you need to do in your youth

Qeerrummaatti Fayyadamuu wayya! Umurii dargaggummaakeetti wanta gochuu qabdu godhi. Yoo kana hin taane wanta qeerrummaakeetti gochuu qabdu sana, erga dulloomtee booda kajeelta. Kajeeluu qofa miti akka keessaa hin baanetti dhaqxee itti lixxa. Waan qeerrummaatti gochuu qabdu sana dulluma keessa yeroo gootu ni salphatta. Ilmikee sitti qaana`a. Haati manaakee sitti yellaati. Kabanyikee sirraa mulqama. Kanaafuu Qeerrummaatti…

Read More

Love is not a battlefield!

Jaalalli dirree lolaa miti! Yeroo jaalalli gammachuu dhabuu keetiif sababa ta’u, sana booda hariiroo addan kutuun gamnummaadha. Jaalalli waa’ee safuu dhabuu fi waa’ee waan argame hundatti ijaa jabaachuu fi waan jaallatte sana irratti cichuu utuu hin taane; waa’ee seera namoomaa, waa’ee kabaja lubbuu ofii, waa’ee safuu fi daangaa jireenyaa eeguuti. Yeroon, humni fi simannaan onnee…

Read More

YouTube, Facebook, TikTok irraa maal dhaggeeffata?

Akkuma filanne nyaannu, filannee dhaggeeffachuu fi filannee hordofuus haa barannu. Muuxannoon filatanii daggeeffachuufi hordofuu tarii beekumsaafi hubannoo gadi fagoo nu gaafachuu mala. Ta’us ammoo bara addunyaan dijitaalofte kana keessatti wanti akka koorsiitti barachuu ykn ammoo shaakaluu qabnu inni guddaan isa kana. Wantoonni hedduun nuti as toora Marsaa hawaasummaa, YouTube, Facebook, TikTok fi al alii ammoo…

Read More

Haati warraa Dr Hayilee Fidaa aadde Beernaadiit du’aan

Haati warraa Dr Hayilee Fidaa aadde Beernaadiit du’aanHaati warraa Dr Hayilee Fidaa aadde Beernaadiit du’aan addunyaa kana irraa boqochuu sababa godhachuun sagantaa Yaadannoofi Dungoo ibsuu taasifame.   Dr Hayilee Fidaafi aadde Beernaadiit akka lakkoofsa Awurooppaatti bara 1964 magaalaa Paariis kan yuunivarsiitiin baay’inaan keessatti argamu Bulvard Jordan keessatti sagantaa barattootaa irratti walbaran. Bara 1966 A.L.A-tti ammoo cidha…

Read More

The love story of Sara and Josef

Seenaa jaalala Saraa fi Yooseef Saraa fi Yooseef(Jossy) waggaa 5n ol wal jaallatan utuu kanaan jiranii bara darbee Boontuun karaa keessaa jossy dhaf barreessitee bilbila kee naaf ergi sin jaalladhe jennaan ergeef yeroo sana Boontuun ni dhugdi, ni xuuxxii, ni qaamti haa tahuu garuu jossyn itti dabbaramuuf jedhe bilbila ergeef haaluma kanaan innii dirre dawwaa…

Read More

An educated citizen demands his rights

Dhaloonni ‛YouTuber’oota akka taabotatti simatu kun warra kana hagam beeka laata? Pirofeesar Gabbisaa Ejjetaa bara 1950’tti Oromiyaa, Ganda Baadiyyaa Magaalaa Olonkomiitti dhiyaattee argamtutti dhalate. Ijoollummaa isaatti, maatiisaa waliin mana baadiyyaa kan dhoqqee fi citaa irraa ijaarame keessatti guddate. Manni barumsaa dhiyeenyarra waan hin jirreef torbee guutuu 15km miilaan deemee barata ture. Wiixataa hanga Jimaataa erga…

Read More

Protecting the Right to Love

Protecting the Right to Love Akkam jirtu, obboleettota kiyya shamarranii? Ani obboleessi keessan nagaadha!‎‎Har’a akka torban darbanii barreeffamni dheeraan hinjiru. Garuummoo, waanuma gabaabduu isiniif taatu, gorsa xinnoo tokkoofi gaaffii isiniif qapheen jira.‎‎Hiriyaakee dhiiraa (Jaalalleekee), nama borummoo “Abbaa manaa naaf ta’a” jettee wajjin jirtu sana, hammam amanta? Simalee durba biraa waan hin haasofsiifne, waan sirratti hin…

Read More

Kondomiin sun kan maaliiti?

‎“Kondomiin sun kan maaliiti?”‎‎“Haadha manaa koon si barsiisa!” jedheenii, hiriyaasaa baay’ee jaalatu kan dhiyeenya biyya alaatii dhufe fudhatee mana isaatti gala -Daawwit. Diyaaspoorichi baay’ee bareeda. Haadha manaa gurbaa wajjin qalbiin walitti cabe. Guyyoota biraas irra deddeebi’ee mana isaatti fudhatee gala. Hiriyaasaa baay’ee jaalatuudha waan ta’eef, haadha manaa koo wajjin ‘baalagatu’ jedhee takkaa shakkee hinbeeku. Hiriyaansaa…

Read More
Back To Top