Haati warraa Dr Hayilee Fidaa aadde Beernaadiit du’aan
Haati warraa Dr Hayilee Fidaa aadde Beernaadiit du’aanHaati warraa Dr Hayilee Fidaa aadde Beernaadiit du’aan addunyaa kana irraa boqochuu sababa godhachuun sagantaa Yaadannoofi Dungoo ibsuu taasifame. Dr Hayilee Fidaafi aadde Beernaadiit akka lakkoofsa Awurooppaatti bara 1964 magaalaa Paariis kan yuunivarsiitiin baay’inaan keessatti argamu Bulvard Jordan keessatti sagantaa barattootaa irratti walbaran. Bara 1966 A.L.A-tti ammoo cidha…